Raayyaan ittisa biyyaaa fi humni addaa naannoolee TPLF irratti 'tarkaanfii jabaa fi keessa deebii hin qabne' akka fudhatan' kallattiin kennamuu Waajjirri Ministira Muummee Itoophiyaa hime. Ibsi ...
Ji'oota muraasaa as humni waraana Sudaan haleellaa cimaa gaggeessun Humna Addaa (RSF) irraa baqqeewwan qabatamanii turan deeffataa jira. Magaalaa guddoo kan taate Kaartuum deeffachuuf waggoota lamaan ...